Quantcast
Channel: BAGA NAGAYAAN GARA FUULA KANAA DHUFTAN!
Browsing index pages (100 articles)

YAA RABBI!

Yaa Rabbi yaa gooytaaroorroon nutti jabaatteeIjoolleen abdii boruuagaaziidhaan dhumteeCalanqorraa har'asoduun gaddaa dhufteeYaa mootii moototaamaaliif nutti calliftee?Gaddi addan cituugaddaatuma...

View Article


Walaloo Sooreessa J/Jaarraa Abbaa Gadaa

Walaloo: Jaarraa Abbaa Gadaa Barreessee kan dubbise, Najiib Zannuun

View Article


Article 2

Kun ololaa mitiihojiidhaan mirkanseeOduu qofaa mitigoochaan agarsiise.Dhugaan dhugaa...kunoo agarree jirraaSoba dhagayuufnuti hin qabnu gurra!Haasawaa oolaakan dharaan as geessanHin sobamnu lamuukute...

View Article

Yaa Oromoo...

Yaa sabakoo gaarii yaa ummata fannaanaDiina keenya hamaaf qaawa hin baninaa!Wal komii lakkifnee qabsotti haa bobbaanuuTeenya itti deebinaa tana haa hobbaafnuu!Diinaaf gammachuudha wal komachuun...

View Article

LEENCAA FI QEERRANSA

View Article


IYYAA! IYYAA! IYYAA!

View Article

I Y Y A A! I Y Y A A! I Y Y A A!

Namuu gama gamaa iyyee walitti labseeOromiyaa mara bakkayyuu wal geesseeTokkummaan Oromoo diina shororkeesseeGadaa keenyaa gahe duruu nuut callisee.Tun tan duriin addaa sabnikoo onnateeRoorroo bara...

View Article

OROMOONNI DIYAASPOORAA...!!!!

OROMOONNI DIYAASPOORAA....!!!!Lubbuu qaalii diinni galaafachaa jiraaDuuti isaaniis hedduu nama mararaaNuti warri biyya alaa maal gochaa jirra?Akkamiin callifte Oromoon diyaaspooraa?Barattoota nagayaa...

View Article


CAAM-BAATEE

WALALOO; Eebba Coqorsaa

View Article


GAAFA HANDARAAFAA

View Article

TUN JAALALAA MITI

View Article

FALMATAA ROORROO MAAL IRRA JIRA?

DHAAMSA ARTIST FALMATAA ROORROO.Maqaanisaa kan dhalootaa Mahammad Muussaa Roobaati, maqaan ittiin beekkamu ammoo Falmataa Roorroo'ti.Falmataan, Baha oromiyaa, ona Ituu, aanaa Mi'eessoo, anannoo ganda...

View Article

DIKTAATORA DAGGALAA!

Dictaatorri daggalaaBakka ciisuu alaan'alaaIfirraan garagaggalaaKan tuqe ija hamtuun laalaaIsa maaltu godhe utubaa sibiilaa?Gurran qabu afaan maleeGadin bahu goda galeeKanneen qaroo didee haleeKan...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

NUUF BAHI YAA BIIFTUU

Yaa biiftuu yaa ifa ummataaDukkana maaf taheCarraan Oromootaa?Ifnikee hangaheeBakkayyuu wal gaheeNamayyuuf baheeAddunyaa naannaheeNutti maaltu tahee?Ifnikee garayyuu hangayaaHundaahuu wal gayaaDukkana...

View Article

Article 9

https://www.oromiamedia.org/2015/08/omn-gaafi-fi-deebii-abdulsalaam-muktaar-barkallee/

View Article


Gootota

View Article

MIRRIGAA

View Article


WAANJOO GABRUMMAA...

View Article

MOOSINNI NI DABRA!

View Article

OMN

   OMN(Oromia Media Network) dhugaa ummata Oromoo tan dhokatte ifa baasuuf ummataan ummatumaaf erga dhaabbatee Waggaa bira achi taree jira. Jalqaba irraa kaasee hanga ammaattis dhugaa Oromoo tan dur...

View Article
Browsing index pages (100 articles)