Quantcast
Channel: BAGA NAGAYAAN GARA FUULA KANAA DHUFTAN!
Browsing all 100 articles
Browse latest View live

BAREEDDUU CARCAR

B A R E E D D U U  C A R C A Rkutaa 2ffaaBareedduu Carcar faarsuu hin hifadhuuIsiit faaruu qabaa jecha irraa hin qusadhuuLubburraahin fedhaa tokkolleef hin quudhuuWalumaan bareennaa waliin nu haa...

View Article


EBOLA

E B O L ADhukkuba hamaanurraa qabi "Ebola"Addunyaan dadhabdeesihi abbaan falaaDallansuma teetiidhibdee mitii balaaIrraa nu baraariinu baasi mee jalaa!Gurra namuu gaheeaddunyaan hasaasteeQorichasaa...

View Article


Article 0

Duuraan nu fakkaatteegadheen nutti malteeDubbii mammaaksaanOromoon dubbattee;“Fira fakkaateeRisaan Shimbir nyaatee”Kunoo hubadhu meedubbiin akkas taatee.Irbuu kalee seenuunmanaa itti bahanGalmaan...

View Article

WAAROO SALPHINAA

Waaroo salphinaaTan sabaaf rakkinaaTan surriin hanqinaaWay jarattii tana!Rabbiin nun salphisinNamaa gad nun godhinQaanii nu hin mudinAjeessaa nun dibin.Wixirfattuun kaateeBahar tarkaanfatteeQochimaa...

View Article

TASA NATTI TAATE..

Akkana waan seeneXiqqolleen shakkineFirrattis waan eeyneSuutuma suutattiYaannikee na seene.Sagaleen caqafteeIjjinis mil'atteeQalbiidhaan hawwatteeTasa xullub jatteeOnneerra qubatte.Hedduu narra...

View Article


Mohammed Morkamaa - (Bilillee) - Of eeggannoo! (Warning!) by user784518787

Mohammed Morkamaa - (Bilillee) - Of eeggannoo! (Warning!) by user784518787

View Article

MAMMAAKSA

Mammaaksi/Makmaaysi "takkaa dubbii fidaa takkaa dubbii fixaa" ja'an hoggaa dhageenyu. Gama biraatiinis "Aak jedhan waa tufanii Mammaakan waa himanii" jedhan. Afaan keenya afoolaan bashbash kan...

View Article

Hara-Maayaa

#HARA-MAAYAA"Bishaan Hara Maayaa bal'aa dhumiin qabneeHadaraa namni koo akka hin dheebonne"Osoo hin gogin dura akkas jechuun dhaamsa itti dhaammataa turan. "Bishaan hara-maayaa,Goguuf kutatteeRaachi...

View Article


"GAARARRAA LUKA LAMAA"

Gaararraa luka lamaaBifti isaa kudhalamaaNa garraanis na fakkataaYoo si arge siin waywaata.Lafaa ka'ee barii ganamaaAfaan banee amuummata maalin himaa.Akka saree wixirfateeDhufaa dabraa ifit buteeTakka...

View Article


ABDI QOPHEEN EENYU?

Abdi Qopheen eenyuunwal hin gaafachiisuuSeenaan isaa hundikan eenyummaasaa ibsuuHar'a du'aan dhabneenullee hadiyyoomsu,Wanni lafa nuuf kaa'ekan daran nu boonsu.Madda aartiitikan waraabbameen...

View Article

NAMNI OROMUMMAAF YAADU GALATA QABA!

NAMNI OROMUMMAAF YAADU GALATA QABA!Namoonni tokko tokko akkaataa itti komatan malee akkaataa itti dinqisiifatan hin beekan.Oromoo fi Oromummaan maal akka taatee fi qabsoon Oromoo garamirraa garam...

View Article

Osoo adda hin baafatin...

Osoo hin gaafatinOsoo hin hubatinOsoo hin qoratinOsoo keessan barinDaftee hin dubbatin!Dubbii qaccee qabdeehin raabsin jarjarteeBooda ni gaabbitagaafa dhugaa hubatteTa'uuf dhaba isiiirraa quban...

View Article

Article 0

"YOO DUBBANNE BUUBBEE YOO CALLIFNE BUQQEE""Akka hin nyaanneZangaadaa marqiteeAkka hin dhiifne Waa itti carreessitee"Kunoo dubbiin tiyyaTan akkasii taateGad baasee himachuuMaalaatu na dhibe,Callisee...

View Article


KOOMTOO

K O O M T O OQilleensi banbanee bubbeen laboobuuyyuuArdiin lafaa baddee samiin dulloomtuyyuuDacheen ani irra jiru nahubachuu diddeeNaannoon ani jiraadhu sum'iisaan nahiddeeWaanan guggubadhuuf an...

View Article

IF HIN DAGATINAA!

Yoon dhaqullee baadhe carraan AmeerikaaAnuu dhimman qabuu biyyi too AfrikaaTan namaa dhaquudhaaf maaltu ana rakka...Kan achi dheeyxanii taane bakka-bakkaNuma jajjabaadhaa kan jiruu wal arkaa.Isinis...

View Article


NAAF BEEKI!

N A A F  B E E K I !Haalaaf amala keetiin qalbiin booji'ameeQaamaa fi qalbii koon sirraahin qabameeYaanni natti duulee an hedduu cinqameeFurmaatan dhabee mala naaf himi mee!Akka durii mitii amma natti...

View Article

MUL'ATA DHUGOOME!

Hawwii bara dheeraa mul'atakoo cimaaTanin yaadaa ture ganna meeqaantamaQashtii gitan qabne guuttamtuu waa hundaaTakkittii too kuullee tan hin qabne mudaaIsii argachuu koof an baay'een gammada!Wal...

View Article


NAMUU NUMA DU'A!

N͆A͆M͆U͆U͆ N͆U͆M͆A͆ D͆U͆'A͆!Hunda hin hanqattu biyyeetu nyaataaHiyyeessas taanaan dureessa qabaataaGaafa guyyaan gahe biyyeen numa yaamtiiDu'a irraa hin oolu ilmi namaa marti!Fedhanis jibbanis waanuman...

View Article

Article 1

Bofa afaa jalaa kan osoo hin beekin nama miidhu hedduu argaa jirra.Najiib Zannuun irraa     Waa'een saba keenyaa kun yeroo dubbatamu waan hedduutu nama ajaa'iba. Yeroo sabni keenya dammaqee wal...

View Article

Article 0

Baraat hammaate mooNumaatu hammeessee?Bara barri hammaateedubbiin gara galte,Bara wanni hundifaallaatti geeddaramte,Hamileen duraaniihundi qabbanooyteeWanti jechaa turanhundinuu hanqatteeDubbiin...

View Article
Browsing all 100 articles
Browse latest View live


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>