Quantcast
Channel: BAGA NAGAYAAN GARA FUULA KANAA DHUFTAN!
Browsing all 100 articles
Browse latest View live

AFAAN OROMOO

 AFAAN OROMOOSeensa:Afaan Oromoo Afaanota Kuush bahaa keessaa tokko ta’ee afaan Gaanfa Afrikaa keesstti ummata baay’eedhaan dubbatamuu dha.Afaan Oromoo barreessuuf, dubbisuuf Qubeen Laatiinii (Roman...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

بسم الله الرحمن الرحيم

 بسم الله الرحمن الرحيم kitaaba qunsuliyyaa ityoobiya`aa tan jiddaa keessa kara`eguyyaaa 10/4/2008  Obboleeyan kiyya kan amma asitti walgeenye jalata  waaqaf galchina kan nu uumee dachii nuu uumee...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Article 2

0                                                                                                                                                                       DR. SHEIK MUHAMMAD RASHAADSheeka...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

JAARRAA ABBAA GADAA

Abdulkariim Ibraahim- Jaarraa Abbaa GadaaDuuti inni du’e nuttis tahu gaddaKan inni habaqaale Oromoota hundaaHoggayyuu yaadannaa way sammuu nu badaa. Tokkicha Oromoo goota kumaatamaaInni kaayyoon isaa...

View Article

AFRAN QALLOO

AFRAN QALLOO Sabboontoota Oborraa,Baabbilee-Dagaa fi AlaaRamaddiin isaanii Afran Qalloo jalaaMee xiqqon dubbadhaa hundi keessan laalaa.Aartii Oromoodhaaf tan bu’ura taateWaggaa shantam dura gaafas tan...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Dr.Sheik Mohammed-Rashaad Abdullee

Silaa addunyaan mana keenyaa mitiiManni dhugaa kan du'a boodaatiDuuti waa hin haftu hundumatti dhuftiArra kunoo dhabne aalimticha muftiiNamni gaariin du'u hundaatu rifataaGaruu badaan du'u mee eenyuut...

View Article

Walaloo Gootootaa

Gaafa manaa bahu jalqabuma duraaHaadhaa fi abbaa obboleeyyan maraOllaa fi ganda ahliidhaa fi firaOsoo hin jaalatin sosssobachaa garaaDirqamuma ta’eef ka’ee bu’e karaa. Amna jalqabuuf galaa...

View Article

MIRRIIYSUU

NAMNI BARREESSE:-DR/MOHAMMED RASHAAD ABDULLEE Akkaan yoo mirriysan maleeyookkaan geyraran malee afaan guddaa dhabanii walle'ee weedduu maleeyookkaan taphatan melee afaan bal'aan horanii...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

OROMTICHA MOOTII SIRBAA

Sabboonaa Oromoo Alii Mahammad MuussaaKabajamaa namaa abbaa hujii boonsaaMee tamuma himeetin yaabo mee tam dhiisaa?Barreeffamteen-dhumtu seenaa fi faaruunsaaXiqqon irraa himaa yaa dhiiroo...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

(OPride)

(OPride) – The Twin Cities, home to the “largest gathering of Oromo outside of Africa,” according to a report in the Twin Cities Daily Planet, hosted a plethora of summer events this week.The 2013...

View Article

Arraa Gurbaa…!

Yaa bada fattee…, bada fatittii!Attaam allaatiin si liqimsiti?Hudhi ciriqii, ija haababaastuuKaraa taa’aashe afuura haa hayaastu!Kottee ol kaastee haa wixxifattuFedhe haa qufa’tuu, haahaxxiffattuuKunoo...

View Article

Qophiilee OMN Bitootessa 8, 2014

View Article

» JAJJABOO SABAA ---- Gadaa.com Oduu – News

» JAJJABOO SABAA ---- Gadaa.com Oduu – News

View Article


MARAAMMARTOO SIYAASAA IRRAA OF TIKISAA!

Posted: Bitootessa/March 9, 2014 · Gadaa.comSEENAA Y.G(2005)      kutaa 3ffaaMaraammartoon siyaasaa akaakuu heeddu qabaachuu , fakkeenya Biyyoota gara garaa kaasee kutaa 2ffaa keessatti ibseera....

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Baxter daadhiin jala haa yaatu

 Created on Monday, 10 March 2014 03:17 www.opride.comGammadii Badhaasoo irraa Torbaan darbe du'a Dr. P.T.W. Baxter ykn Abbaa Aadam (akka ummanni Kofaleewaamutti) marsaa Gadaa.com gubattiyoo dubbisuu...

View Article


New Oromo Music (2014) yaaneet Dinquu (+playlist)

View Article

JUNEEDDI MAAL NUUF GODHE?

Dhiiroo numa jiraa kan Juneeddii faarsu?Gaarii dalageen kan isa leellisuHamtuu isaa dhooysee kan baala irrat cabsuAkkamitti taha dhugaa jirtu dhooysuuAs bahaa dubbadhaa kan Juneeddii faarsu.Mee seenaan...

View Article


OMN: Bitootessa 11, 2014 ( Oduufi Marii Dr Abdulsamad waliin kutaa1ffaa)

)

View Article

MINILIKOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA :Kutaa 3ffaa

Posted: Bitootessa/March 12, 2014 · Finfinne Tribune | Gadaa.com |Taammanaa Bitimaa irraa*-DURADUBBIIJalatamoo fi kabajamoo warra barreefata kana duukaa-buutanii jirtan, mee waan hunda duran nagaa fi...

View Article

Mootii kabalamuu? | Ofiif wal sakaallee

Mootii kabalamuu?                      Ofiif wal sakaalleeOfiif wal sakaalleeJarri maal nu godhe.Luka wal gaadineeHarka xuupheysinee.Jacha sirnaaf seeraagaafii eenyummadha.Mirga dhala namaaGaafatu wal...

View Article
Browsing all 100 articles
Browse latest View live


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>